速報APP / 圖書與參考資源 / Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu

價格:免費

更新日期:2019-07-24

檔案大小:11M

目前版本:1.0.1

版本需求:Android 4.0.3 以上版本

官方網站:http://www.uoece.org

Email:camsur2000@yahoo.com

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖1)-速報App

Nearly 120 years after the translation of bible into Afan Oromo by Onesmus Nesib and the first printed Afaan Oromoo Bible on paper, the way people reads Holy Bible changed radically. Now a days, almost everybody uses mobile devices to read the bible. Taking into consideration this fact, we offer this trendy Bible app for your android device. Install on your android device and take it with you wherever you go and enjoy your bible!

God Bless You!

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖2)-速報App

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.

Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile Device) tti fayyadamu.

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖3)-速報App

Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.

Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖4)-速報App

- Luqqisii Guyyaa

- Radio Warra Wangeelaa

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖5)-速報App

- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo

- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖6)-速報App

- Baafata Luqqisii fi k.k.f

Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖7)-速報App

Waaqayyo isin haa Eebbisu!

Rev. Dr. Tasgara Hirpo

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu(圖8)-速報App

Robsan Mako

Robba Muleta